Zakkaariyaas 9:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Sababiin isaas, gaarummaan isaa baayʼee guddaa dha!+ Miidhaginni isaas baayʼee dinqisiisaa dha! Midhaan dargaggoonni,Daadhiin wayiniis shamarran akka ciman ni godha.”+
17 Sababiin isaas, gaarummaan isaa baayʼee guddaa dha!+ Miidhaginni isaas baayʼee dinqisiisaa dha! Midhaan dargaggoonni,Daadhiin wayiniis shamarran akka ciman ni godha.”+