Uumama 1:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 Waaqayyos maddawwan ifaa guguddaa lama ni tolche; maddi ifaa inni guddaan guyyaa irratti aangoo akka qabaatu,+ maddi ifaa inni xinnaan immoo halkan irratti aangoo akka qabaatu godhe; urjiilees ni tolche.+
16 Waaqayyos maddawwan ifaa guguddaa lama ni tolche; maddi ifaa inni guddaan guyyaa irratti aangoo akka qabaatu,+ maddi ifaa inni xinnaan immoo halkan irratti aangoo akka qabaatu godhe; urjiilees ni tolche.+