6 “Ati garuu yaa ilma namaa, sokorruu fi qoreedhaan kan marfamte,+ torbaanqabaa gidduus kan jiraattu yoo taʼe illee, isaaniinis taʼe dubbii isaanii hin sodaatin.+ Isaan finciltoota waan taʼaniif, dubbii isaanii hin sodaatin;+ fuulli isaaniis si hin naasisin.+