Ermiyaas 1:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Fuulli isaanii si hin sodaachisin,+Sababiin isaas, ‘Ani si oolchuuf sii wajjinan jira’+ jedha Yihowaan.” Hisqiʼel 3:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Adda kee akkuma almaazii godheera; dhagaa jabaa caalaas cimaa godheera.+ Isaan finciltoota waan taʼaniif, isaan hin sodaatin yookiin fuulli isaanii si hin naasisin.”+
8 Fuulli isaanii si hin sodaachisin,+Sababiin isaas, ‘Ani si oolchuuf sii wajjinan jira’+ jedha Yihowaan.”
9 Adda kee akkuma almaazii godheera; dhagaa jabaa caalaas cimaa godheera.+ Isaan finciltoota waan taʼaniif, isaan hin sodaatin yookiin fuulli isaanii si hin naasisin.”+