-
Baʼuu 3:11, 12Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
11 Museen garuu Waaqa dhugaatiin, “Gara Faraʼoon kanan dhaquu fi Israaʼelota biyya Gibxii keessaa kanan baasu ani eenyu taʼeeni?” jedhe. 12 Innis akkana isaan jedhe: “Ani sii wajjin nan taʼa;+ mallattoon kan si erge ana taʼuu koo argisiisu kana dha: Ati sabicha biyya Gibxii keessaa erga baastee booda, isin gaara kana irratti Waaqa dhugaa ni tajaajiltu.”*+
-