LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Ermiyaas 1:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Sababiin isaas, ani harʼa guutummaa biyyattii irratti, mootota Yihudaa fi bulchitoota ishii irratti,

      Luboota ishii fi uummata biyyattii irrattis,+

      Akkuma magaalaa dallaa dhagaa qabduu,

      Akkuma utubaa sibiilaa fi akkuma dallaawwan sibiila diimaa si godheera.+

  • Hisqiʼel 3:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Adda kee akkuma almaazii godheera; dhagaa jabaa caalaas cimaa godheera.+ Isaan finciltoota waan taʼaniif, isaan hin sodaatin yookiin fuulli isaanii si hin naasisin.”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi