- 
	                        
            
            Ermiyaas 26:12Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
12 Ermiyaasis bulchitoota sana hundumaa fi guutummaa sabichaatiin akkana jedhe: “Dubbii raajii isin dhageessan kana hundumaa mana kanaa fi magaalaa kana irratti akkan dubbadhu kan na erge Yihowaa dha.+
 
 -