Leewwota 26:33 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 33 Saboota gidduutti isin nan bittinneessa;+ isin duubaan goraadeen akka luqqifamu nan godha;+ biyyi keessan ona taʼa;+ magaalonni keessanis ni balleeffamu. Ermiyaas 44:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 “Waaqa Israaʼel kan taʼe Yihowaan Gooftaan Raayyaa akkana jedha: ‘Isin badiisa ani Yerusaalem irrattii fi magaalota Yihudaa hundumaa irratti fide hundumaa argitaniittu;+ harʼa isaan diigamanii bakka namni keessa hin jiraanne taʼaniiru.+
33 Saboota gidduutti isin nan bittinneessa;+ isin duubaan goraadeen akka luqqifamu nan godha;+ biyyi keessan ona taʼa;+ magaalonni keessanis ni balleeffamu.
2 “Waaqa Israaʼel kan taʼe Yihowaan Gooftaan Raayyaa akkana jedha: ‘Isin badiisa ani Yerusaalem irrattii fi magaalota Yihudaa hundumaa irratti fide hundumaa argitaniittu;+ harʼa isaan diigamanii bakka namni keessa hin jiraanne taʼaniiru.+