-
Ermiyaas 31:18Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
18 “Efreem aaduu isaa ani dhugumaan dhagaʼeera,
‘Ati akkuma jabbii hin leenjifamneetti,
Na sirreessite, anis of nan sirreesse.
Ati Waaqa koo Yihowaa waan taateef,
Na deebisi, anis yeruma sana nan deebiʼa.
-