3 “Yosiyaas ilmi Amoon mootiin Yihudaa mootii taʼee waggaa 13ffaa+ irraa jalqabee hamma guyyaa kanaatti, jechuunis waggoottan 23n kanaaf dubbiin Yihowaa gara koo kan dhufe yeroo taʼu, anis irra deddeebiʼee isinitti nan hime; isin garuu hin dhageenye.+