Ermiyaas 7:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Yihowaan akkana jedha: ‘Isin garuu wantoota kana hundumaa raawwachuu keessan itti fuftan; ani irra deddeebiʼee* kanan isinitti dubbadhe taʼus, isin hin dhageenye.+ Irra deddeebiʼeen isin waame, isin garuu hin owwaanne.+ Ermiyaas 13:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Sabni hamaan dubbii kootiif ajajamuu didanii+ mata jabinaan garaa isaanii duukaa buʼan+ warri waaqolii kan biroo hordofan, isaan tajaajilanii fi isaaniif sagadan kunis akkuma qabattoo isa guutummaatti faayidaadhaa ala taʼe sanaa ni taʼu.’
13 Yihowaan akkana jedha: ‘Isin garuu wantoota kana hundumaa raawwachuu keessan itti fuftan; ani irra deddeebiʼee* kanan isinitti dubbadhe taʼus, isin hin dhageenye.+ Irra deddeebiʼeen isin waame, isin garuu hin owwaanne.+
10 Sabni hamaan dubbii kootiif ajajamuu didanii+ mata jabinaan garaa isaanii duukaa buʼan+ warri waaqolii kan biroo hordofan, isaan tajaajilanii fi isaaniif sagadan kunis akkuma qabattoo isa guutummaatti faayidaadhaa ala taʼe sanaa ni taʼu.’