Ermiyaas 26:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Bulchitoonni Yihudaas yommuu dubbii kana dhagaʼan, mana* mootichaatii gara mana Yihowaa dhufanii karra mana Yihowaa isa haaraa dura taaʼan.+
10 Bulchitoonni Yihudaas yommuu dubbii kana dhagaʼan, mana* mootichaatii gara mana Yihowaa dhufanii karra mana Yihowaa isa haaraa dura taaʼan.+