Ermiyaas 36:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 “Maraa kitaabaa tokko fudhadhuutii dubbii ani guyyaan jalqaba bara Yosiyaasitti sitti dubbadhe irraa kaasee hamma harʼaatti Israaʼel, Yihudaa+ fi saboota hundumaa+ irratti dubbadhe hundumaa achi irratti barreessi.+
2 “Maraa kitaabaa tokko fudhadhuutii dubbii ani guyyaan jalqaba bara Yosiyaasitti sitti dubbadhe irraa kaasee hamma harʼaatti Israaʼel, Yihudaa+ fi saboota hundumaa+ irratti dubbadhe hundumaa achi irratti barreessi.+