LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Mootota 24:17-19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Mootiin Baabilon Maataaniyaa isa wasiila Yehoyaakiin+ taʼe bakka isaa mootii godhe; maqaa isaas Zedeeqiyaatti+ jijjiire.

      18 Zedeeqiyaan yommuu mootii taʼetti umuriin isaa waggaa 21 ture; inni Yerusaalem keessa taaʼee waggaa 11f ni bulche. Maqaan haadha isaa Hamutaal yeroo taʼu,+ ishiin intala Ermiyaas isa nama biyya Libnaa taʼe sanaa turte. 19 Inni akkuma Yehoyaaqiim godhe hundumaatti, wanta Yihowaa duratti hamaa taʼe ni raawwate.+

  • 1 Seenaa Baraa 3:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Ilmaan Yosiyaas inni angafaa Yohaanaan, inni lammaffaan Yehoyaaqiim,+ inni sadaffaan Zedeeqiyaa,+ inni arfaffaan Shaalum turan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi