LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Ermiyaas 17:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  5 Yihowaan akkana jedha:

      “Namni* namootatti amanamu,+

      Humna namaa kan abdatu,*+

      Garaan isaas Yihowaa irraa kan goru abaaramaa dha.

  • Faaruu Ermiyaas 4:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Amma iyyuu ijji keenya akkasumaan gargaarsa argachuuf eeggachuutti dadhabeera.+

      Gargaarsa argachuuf gara saba nu oolchuu hin dandeenyeetti+ ilaaluu keenya ittuma fufne.

  • Hisqiʼel 17:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Lubbuu namoota hedduu balleessuuf yommuu biyyoon itti naanneffamee tuulamuu fi dallaan itti marfamee ijaaramutti raayyaan waraanaa Faraʼoon inni guddaanii fi loltoonni isaa hedduun waraana irratti isa hin gargaaran.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi