Ermiyaas 34:21 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 21 Ani Zedeeqiyaa mootii Yihudaa fi bulchitoota isaa harka diinota isaanii fi harka warra lubbuu isaanii balleessuu barbaadaniitti,* akkasumas harka raayyaawwan waraanaa mootii Baabilon warra isin irraa deebiʼaniitti dabarsee nan kenna.’+
21 Ani Zedeeqiyaa mootii Yihudaa fi bulchitoota isaa harka diinota isaanii fi harka warra lubbuu isaanii balleessuu barbaadaniitti,* akkasumas harka raayyaawwan waraanaa mootii Baabilon warra isin irraa deebiʼaniitti dabarsee nan kenna.’+