- 
	                        
            
            Ermiyaas 38:4Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
4 Bulchitoonni sunis mootichaan akkana jedhan: “Inni dubbii akkanaa isaanitti dubbachuudhaan hamilee* loltoota magaalaa kana keessatti hafanii, hamilee namoota hundumaas laaffisaa waan jiruuf, maaloo namichi kun akka ajjeefamu godhi.+ Sababiin isaas, namichi kun nagaa saba kanaa utuu hin taʼin badiisa isaanii barbaada.”
 
 -