15 Sababiin isaas, ‘Ani maatiiwwan mootummoota kaabaa hundumaa nan waama’ jedha Yihowaan,+
‘Isaanis ni dhufu; tokkoon tokkoon isaaniis
Balbala karrawwan Yerusaalem irratti,+
Guutummaa naannoo dallaawwan ishii irratti,
Akkasumas guutummaa magaalota Yihudaa irratti teessoo isaanii ni dhaabu.+