- 
	                        
            
            Keessa Deebii 28:52Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
52 Isaan hamma dallaawwan dhedheeroonii fi jajjaboon warri ati itti amanamtu jijjiganitti guutummaa biyya kee keessatti magaalota* kee hundumaa keessatti si irratti cufanii sitti marsu. Eeyyee, isaan dhugumaan guutummaa biyya Waaqni kee Yihowaan siif kenne keessatti magaalota kee hundumaa keessatti sitti marsu.+
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            Ermiyaas 44:6Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
6 Kanaafuu, aariin koo fi dheekkamsi koo dhangalaʼee magaalota Yihudaa fi daandiiwwan Yerusaalem keessatti ni bobaʼe; akkuma harʼa taʼettis isaan ni diigaman, ni onanis.’+
 
 -