-
Ermiyaas 32:4Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
4 Zedeeqiyaan mootiin Yihudaas Kaladoota jalaa hin miliqu; kanaa mannaa, dhugumaan harka mootii Baabilonitti dabarfamee ni kennama; innis fuulaa fuulatti isatti ni dubbata, ijaa ijattis isa ni ilaala.”’+
-