-
Ermiyaas 40:1Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
40 Nebuzaradaan inni ajajaa waardiyyootaa taʼe Raamaa+ keessaa erga isa gadhiisee booda dubbiin Yihowaa biraa gara Ermiyaas dhufe isa kana. Nebuzaradaan+ funcaa harkaatiin hidhee achitti isa geessee kan ture yeroo taʼu, innis boojiʼamtoota Yerusaalemii fi Yihudaa warra gara Baabilonitti geeffamaa turan hundumaa gidduu ture.
-