LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Mootota 25:22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 Nebukadnezaar mootiin Baabilonis Gedaaliyaa+ isa ilma Ahiqaam+ ilma Shaafaan+ taʼe, namoota biyya Yihudaa keessatti dhiise sana irratti ni muude.+

  • Ermiyaas 39:13, 14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Kanaafuu, Nebuzaradaan inni ajajaa waardiyyootaa taʼe, Nebushaazbaan Raabsaarisichii* fi Nergaal Shaarezer Raabmaagichi,* akkasumas namoonni mootii Baabilon warri beekamoo taʼan hundi namoota erganii 14 Ermiyaasiin Mooraa Eegdotaa keessaa baasanii+ gara mana isaatti akka isa geessuuf Gedaaliyaa+ ilma Ahiqaam+ ilma Shaafaanitti+ dabarsanii isa kennan. Kanaafuu, inni sabicha gidduu ni jiraate.

  • Ermiyaas 41:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Ishmaaʼel ilmi Nataaniyaa fi namoonni kurnan isaa wajjin turan kaʼanii Gedaaliyaa ilma Ahiqaam ilma Shaafaan goraadeedhaan ni ajjeesan. Akka kanaan, inni nama mootiin Baabilon biyyattii irratti muude sana ni ajjeese.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi