- 
	                        
            
            Ermiyaas 40:5Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
5 Nebuzaradaan, Ermiyaas of duuba deebiʼuu isaa dura, “Gara Gedaaliyaa+ ilma Ahiqaam+ ilma Shaafaan+ isa mootiin Baabilon magaalota Yihudaa irratti muude sanaatti deebiʼiitii isaa wajjin uummaticha gidduu taaʼi; yookiin immoo bakka filatte dhaqi” isaan jedhe.
Achiis ajajaan waardiyyootaa sun galaa fi kennaa erga isaaf kennee booda isa geggeesse.
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            Ermiyaas 41:2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
2 Ishmaaʼel ilmi Nataaniyaa fi namoonni kurnan isaa wajjin turan kaʼanii Gedaaliyaa ilma Ahiqaam ilma Shaafaan goraadeedhaan ni ajjeesan. Akka kanaan, inni nama mootiin Baabilon biyyattii irratti muude sana ni ajjeese.
 
 -