LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Mootota 22:12, 13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Achiis mootichi Hilqiyaa lubichaaf, Ahiqaam+ ilma Shaafaaniif, Akboor ilma Mikaayaatiif, Shaafaan isa barreessaa taʼee fi Asaayaa isa tajaajilaa mootichaa taʼeef ajaja akkana jedhu kenne: 13 “Abbootiin keenya dubbii kitaaba kana keessatti waaʼee keenya barreeffame hundumaa eeguudhaan waan hin ajajamneef, dheekkamsi Yihowaa inni nu irratti bobaʼe guddaa dha;+ kanaafuu, dhaqaa, dubbii kitaaba argame kana keessa jiru ilaalchisee anaan, sabichaa fi guutummaa Yihudaa bakka buʼaatii Yihowaa gaafadhaa.”

  • Ermiyaas 26:24
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 24 Haa taʼu malee, Ermiyaas namootatti dabarfamee kennamee akka hin ajjeefamneef,+ Ahiqaam+ ilmi Shaafaan+ isa ni gargaare.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi