LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Mootota 25:24
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 24 Gedaaliyaanis, “Tajaajiltoota Kaladootaa taʼuuf hin sodaatinaa. Biyyattii keessa jiraadhaatii mootii Baabilon tajaajilaa; gaariis isiniif ni taʼa”+ jedhee isaanii fi namoota isaaniitiif kakate.

  • Ermiyaas 27:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 “‘“‘Sabni morma isaa waanjoo mootii Baabilon jala galchuu fi isa tajaajilu garuu, biyya isaa akka misoomsuu fi akka ishii keessa jiraatuuf, biyyuma isaa keessatti akka hafu* isaaf nan heyyama’ jedha Yihowaan.”’”

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi