-
Ermiyaas 41:10Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
10 Ishmaaʼel ijoollee durbaa mootichaa fi namoota Misphaatti+ hafan warra Nebuzaradaan inni ajajaa waardiyyootaa taʼe mana hidhaa Gedaaliyaa+ ilma Ahiqaamitti galchee ture hundumaa dabalatee, namoota Misphaa keessatti argaman kaan hundumaa boojuudhaan ni fudhate. Ishmaaʼel ilmi Nataaniyaa isaan boojiʼee gara Amoonotaatti ceʼuuf qajeele.+
-