2 Mootota 25:25 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 25 Jiʼa torbaffaattis Ishmaaʼel+ ilmi Nataaniyaa ilmi Elishaamaa inni sanyii mootii* taʼe namoota kan biroo kudhanii wajjin dhufe; isaanis Gedaaliyaa ni rukutan; innis Yihudootaa fi Kaladoota warra isaa wajjin Misphaa keessa turanii wajjin ni duʼe.+
25 Jiʼa torbaffaattis Ishmaaʼel+ ilmi Nataaniyaa ilmi Elishaamaa inni sanyii mootii* taʼe namoota kan biroo kudhanii wajjin dhufe; isaanis Gedaaliyaa ni rukutan; innis Yihudootaa fi Kaladoota warra isaa wajjin Misphaa keessa turanii wajjin ni duʼe.+