-
Ermiyaas 40:13Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
13 Yohaanaan ilmi Qaareʼaa fi ajajjoonni raayyaa waraanaa warri dirree keessa turan hundi Misphaatti gara Gedaaliyaa dhufan.
-
-
Ermiyaas 43:2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
2 Azaariyaan ilmi Hoshaayaa, Yohaanaan+ ilmi Qaareʼaa fi namoonni of tuultuu taʼan hundi Ermiyaasiin akkana jedhan: “Wanti ati jettu kun soba dha! ‘Achi jiraachuuf gara Gibxii hin dhaqinaa’ jettee akka dubbattu Waaqni keenya Yihowaan si hin ergine.
-