LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Mootota 25:26
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 26 Sana booda ajajjoota raayyaa waraanaa dabalatee, isa xinnaadhaa hamma isa guddaatti namoonni hundi Kaladoota waan sodaataniif+ kaʼanii gara Gibxii dhaqan.+

  • Ermiyaas 42:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 “Hin taʼu, nuti gara biyya Gibxii, bakka waraana itti hin argine yookiin sagalee xurumbaa itti hin dhageenye yookiin nyaata dhabnee itti hin beelofne dhaqnee+ achi jiraanna” yoo jettan,

  • Ermiyaas 43:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Isaan sagalee Yihowaatiif ajajamuu didanii gara biyya Gibxii ni dhaqan; hamma Xaafnesittis+ ni qajeelan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi