LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Ermiyaas 2:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 ‘Israaʼel tajaajilaa yookiin garbicha mana keessatti dhalate dhaa?

      Saamichaaf dabarfamee kan kenname maaliifi ree?

  • Ermiyaas 2:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Namoonni Noofii*+ fi Xaafnes+ gubbee mataa keetii ni nyaatu.

  • Ermiyaas 44:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 44 Dubbiin Yihudoota biyya Gibxii+ keessa, jechuunis Migdool,+ Xaafnes,+ Noofii*+ fi biyya Phaatros+ keessa jiraatan hundumaa ilaalchisee gara Ermiyaas dhufe kana dha:

  • Hisqiʼel 30:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  4 Goraadeen tokko Gibxii irratti ni dhufa, yommuu reeffi isaanii Gibxii keessatti kukkufutti Itoophiyaan sodaadhaan qabamti;

      Qabeenyi ishii ni fudhatama, buʼuurri ishiis ni diigama.+

  • Hisqiʼel 30:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Yommuun achitti waanjoo Gibxii cabsutti Xaafnes keessatti guyyaan ni dukkanaaʼa.+ Aangoon ishii inni of tuulummaadhaan guutame ni bada;+ duumessoonni ishii ni haguugu; magaalonni ishiis boojuudhaan fudhatamu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi