- 
	                        
            
            Ermiyaas 43:4Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
4 Kanaafuu, Yohaanaan ilmi Qaareʼaa fi ajajjoonni raayyaa waraanaa hundi, akkasumas guutummaan sabichaa ajaja Yihowaa isa biyya Yihudaa keessa akka taaʼan isaaniif kennameef ajajamuu didan.
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            Ermiyaas 43:7Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
7 Isaan sagalee Yihowaatiif ajajamuu didanii gara biyya Gibxii ni dhaqan; hamma Xaafnesittis+ ni qajeelan.
 
 -