7 “Sababiin isaas, Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan akkana jedha: ‘Kunoo, ani Nebukadnezaar mootii Baabiloniin kaaba irraa Xiiros irratti nan fida;+ inni mootii moototaa ti;+ fardeen,+ gaariiwwan fardaa+ waraanaa, abbootii fardeenii fi raayyaa waraanaa loltoota hedduu qabates qaba.