- 
	                        
            
            Isaayyaas 5:9Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
9 Yihowaan Gooftaan Raayyaa,
Manneen hedduun guguddoo fi mimmiidhagoo yoo taʼan iyyuu,
Bakka sodaachisoo akka taʼanii fi
Ona akka taʼan+ utuma gurri koo dhagaʼuu kakateera.
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            Isaayyaas 6:11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
11 Yeroo kanatti ani, “Yaa Yihowaa, hamma yoomiitti?” nan jedhe. Innis akkana naan jedhe:
“Hamma magaalonni diigamanii namni keessa jiraatu dhabamutti,
Hamma manneen namoota malee hafanitti,
Hamma biyyattiin diigamtee ontutti;+
- 
	                        
            
            Ermiyaas 2:15Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
15 Leenconni saafelli isa irratti ni baroodan;+
Isa irratti ni iyyan.
Biyya isaas iddoo sodaachisaa ni godhan.
Namni tokko illee achi akka hin jiraanneef, magaalonni isaa ibiddaan ni gubaman.
 
 - 
                                        
 
 - 
	                        
            
            
 
 -