LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Mootota 21:19, 20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Amoon+ yommuu mootii taʼetti umuriin isaa waggaa 22 ture; inni Yerusaalem keessa taaʼee waggaa lamaaf ni bulche.+ Maqaan haadha isaa Meshulemeet yeroo taʼu, ishiin intala Haruuz isa nama Yotbaa taʼee turte. 20 Inni akkuma abbaan isaa Minaaseen godhe, wanta Yihowaa duratti hamaa taʼe ni raawwate.+

  • 2 Mootota 24:8, 9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Yehoyaakiin+ yommuu mootii taʼetti umuriin isaa waggaa 18 ture; inni Yerusaalem keessa taaʼee jiʼa sadiif ni bulche.+ Maqaan haadha isaa Nehushtaa yeroo taʼu, ishiin intala Elnaataan isa nama Yerusaalem taʼee turte. 9 Inni akkuma abbaan isaa godhe hundumaatti, wanta Yihowaa duratti hamaa taʼe ni raawwate.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi