Ermiyaas 7:18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 Mootuu Samiitiif* bixxillee aarsaadhaaf taʼu tolchuuf, ijoolleen dhiiraa qoraan funaanu, abbootiin ibidda qabsiisu, haadhotiin manaas bukoo bukeessu;+ na dheekkamsiisuufis waaqolii kan birootiif aarsaawwan dhugaatii ni dhangalaasu.+
18 Mootuu Samiitiif* bixxillee aarsaadhaaf taʼu tolchuuf, ijoolleen dhiiraa qoraan funaanu, abbootiin ibidda qabsiisu, haadhotiin manaas bukoo bukeessu;+ na dheekkamsiisuufis waaqolii kan birootiif aarsaawwan dhugaatii ni dhangalaasu.+