3 Dubbii kana dubbadhu: ‘Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan akkana jedha:
“Yaa Faraʼoon mootii Gibxii,
Yaa uumama galaanaa guddaa taatee fi lageen laga Abbayyaa gidduu ciistu,+
Isa, ‘Lagni Abbayyaa kan koo ti.
Anatu ofiif tolfate’ jettu nana,+ kunoo ani si irratti kaʼeera.+