Hisqiʼel 30:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Phaatros+ ona akka taatu nan godha; Zoʼaan keessatti ibidda nan qabsiisa; Noo*+ irrattis murtii nan dabarsa.
14 Phaatros+ ona akka taatu nan godha; Zoʼaan keessatti ibidda nan qabsiisa; Noo*+ irrattis murtii nan dabarsa.