- 
	                        
            
            Hisqiʼel 29:13, 14Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
- 
                            - 
                                        13 “‘Sababiin isaas, Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan akkana jedha: “Waggaa 40 booda, warra Gibxii saboota isaan itti bittinnaaʼan keessaa deebisee walitti nan qaba;+ 14 ani namoota Gibxii warra boojiʼaman gara biyya Phaatrositti,+ gara biyya dhalootaa isaaniitti nan deebisa; isaanis achitti mootummaa humna hin qabne ni taʼu. 
 
-