Isaayyaas 1:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 Dhiqadhaa, of qulqulleessaa;+Gochawwan hamminaa keessan na duraa balleessaa;Wanta hamaa raawwachuu keessan dhiisaa.+ Hisqiʼel 18:31 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 31 Balleessaa raawwattan hundumaa of irraa fageessaa;+ garaa haaraa fi hafuura haaraa qabaadhaa;*+ yaa mana Israaʼel, maaliif duutu?’+
16 Dhiqadhaa, of qulqulleessaa;+Gochawwan hamminaa keessan na duraa balleessaa;Wanta hamaa raawwachuu keessan dhiisaa.+
31 Balleessaa raawwattan hundumaa of irraa fageessaa;+ garaa haaraa fi hafuura haaraa qabaadhaa;*+ yaa mana Israaʼel, maaliif duutu?’+