Faarfannaa 51:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Yaa Waaqayyo, garaa qulqulluu na keessatti uumi,+Hafuura haaraa cimaa taʼes na keessa kaaʼi.+ Ermiyaas 32:39 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 39 Yeroo hundumaa akka na sodaataniif garaa tokkoo+ fi daandii tokko isaaniif nan kenna; kunis isaaniifis taʼe ijoollee isaanii warra isaan booda dhufaniif gaarii akka taʼuufi.+ Hisqiʼel 11:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Anis garaa tokko isaaniif nan kenna;+ hafuura haaraa isaan keessa nan kaaʼa;+ garaa dhagaa taʼe qaama isaanii keessaa baasee+ garaa foon taʼe* isaaniif nan kenna;+ Efesoon 4:23, 24 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 23 Humna sammuu keessan hojjechiisuun* haareffamuu keessan itti fufaa;+ 24 akkasumas, namummaa haaraa isa akka fedhii Waaqayyootti qajeelummaa fi amanamummaa dhugaadhaan uumame uffadhaa.+
39 Yeroo hundumaa akka na sodaataniif garaa tokkoo+ fi daandii tokko isaaniif nan kenna; kunis isaaniifis taʼe ijoollee isaanii warra isaan booda dhufaniif gaarii akka taʼuufi.+
19 Anis garaa tokko isaaniif nan kenna;+ hafuura haaraa isaan keessa nan kaaʼa;+ garaa dhagaa taʼe qaama isaanii keessaa baasee+ garaa foon taʼe* isaaniif nan kenna;+
23 Humna sammuu keessan hojjechiisuun* haareffamuu keessan itti fufaa;+ 24 akkasumas, namummaa haaraa isa akka fedhii Waaqayyootti qajeelummaa fi amanamummaa dhugaadhaan uumame uffadhaa.+