-
Ermiyaas 16:6Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
6 Inni guddaanis taʼe inni xinnaan biyya kana keessatti ni duʼa.
Isaan hin awwaalaman,
Namni isaaniif gaddus hin jiraatu,
Namni isaaniif jedhee of mummurus taʼe mataa isaa haaddatu hin jiraatu.*
-