Isaayyaas 16:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Waaʼee of tuulummaa Moʼaab dhageenyeerra, inni baayʼee of tuultuu dha;+Waaʼee of tuulummaa isaa, waaʼee koora isaa fi waaʼee aarii isaa isa guddaa dhageenyeerra;+Taʼus dubbiin isaa inni duwwaa taʼe faayidaa hin qabaatu.
6 Waaʼee of tuulummaa Moʼaab dhageenyeerra, inni baayʼee of tuultuu dha;+Waaʼee of tuulummaa isaa, waaʼee koora isaa fi waaʼee aarii isaa isa guddaa dhageenyeerra;+Taʼus dubbiin isaa inni duwwaa taʼe faayidaa hin qabaatu.