Isaayyaas 63:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Isaan garuu fincila kaasanii+ hafuura isaa isa qulqulluu gaddisiisan.+ Innis diina isaanii ni taʼe,+Akkasumas isaan ni lole.+ Hisqiʼel 2:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Achiis akkana naan jedhe: “Yaa ilma namaa, ani gara saba Israaʼel, gara saboota finciltoota taʼanii fi na irratti fincilan+ sanaatti sin erga.+ Isaanis taʼan abbootiin isaanii hamma harʼaatti illee cubbuu na irratti raawwachaa jiru.+
10 Isaan garuu fincila kaasanii+ hafuura isaa isa qulqulluu gaddisiisan.+ Innis diina isaanii ni taʼe,+Akkasumas isaan ni lole.+
3 Achiis akkana naan jedhe: “Yaa ilma namaa, ani gara saba Israaʼel, gara saboota finciltoota taʼanii fi na irratti fincilan+ sanaatti sin erga.+ Isaanis taʼan abbootiin isaanii hamma harʼaatti illee cubbuu na irratti raawwachaa jiru.+