Lakkoofsa 32:34 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 34 Ilmaan Gaad magaalota Diboon,+ Ataarot,+ Aroʼer,+ Keessa Deebii 2:36 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 36 Aroʼer+ ishii qarqara Sulula* Arnoonitti argamtu (magaalaa sululicha keessatti argamtu dabalatee) irraa jalqabee hamma Giiliyaaditti magaalaan humna keenyaa ol taʼe tokko illee hin turre. Waaqni keenya Yihowaan hunda isaanii iyyuu harka keenyatti dabarsee kenneera.+
36 Aroʼer+ ishii qarqara Sulula* Arnoonitti argamtu (magaalaa sululicha keessatti argamtu dabalatee) irraa jalqabee hamma Giiliyaaditti magaalaan humna keenyaa ol taʼe tokko illee hin turre. Waaqni keenya Yihowaan hunda isaanii iyyuu harka keenyatti dabarsee kenneera.+