-
Iyyaasuu 13:15Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
15 Achiis Museen akka maatii maatii isaaniitti gosa Ruubenotaatiif dhaala ni kenne;
-
-
Hisqiʼel 25:9Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
9 magaalota isaa warra hundumaa caalaa gaggaarii taʼan, jechuunis Beet Yeshiimoot, Baʼaal Meʼoonii fi Qiriyaataayim+ dabalatee magaalonni daangaa Moʼaab irratti argaman akka haleelaman nan godha.
-