LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Lakkoofsa 21:32
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 32 Achiis Museen Yaazeeriin akka basaasaniif namoota muraasa ni erge.+ Isaanis magaalota ishii jalatti* argaman ni qabatan; Amoorota achi turanis ni ariʼan.

  • Lakkoofsa 32:34, 35
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 34 Ilmaan Gaad magaalota Diboon,+ Ataarot,+ Aroʼer,+ 35 Atroot Shoofaan, Yaazeer,+ Yogbehaa,+

  • Iyyaasuu 21:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Akka kanaan Israaʼelonni akkuma Yihowaan karaa Musee ajajee turetti,+ magaalota kanaa fi iddoowwan dheedichaa isaanii carraadhaan Leewwotaaf ni kennan.

  • Iyyaasuu 21:39
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 39 Heshboon+ iddoowwan dheedichaa ishii wajjin, akkasumas Yaazeer+ iddoowwan dheedichaa ishii wajjin, jechuunis walumaa galatti magaalota afur isaaniif ni kennan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi