-
Isaayyaas 16:8, 9Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
8 Maasiiwwan wayinii Heshboon+ goganiiru,
Mukti wayinii Sibmaas+ coolligeera,
Bulchitoonni sabootaa dameewwan ishii warra diimatan* dhidhiitaniiru;
Isaan Yaazeer+ bira gaʼanii turan;
Lafa onaa keessattis babalʼatanii turan.
Latiiwwan isaa babalʼatanii galaanicha bira gaʼanii turan.
9 Akkuman Yaazeeriif booʼutti, muka wayinii Sibmaatiif kanan booʼu kanaafi.
-
-
Ermiyaas 48:8Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
8 Inni badiisa geessisu sun gara magaalaa hundumaatti ni seena,
Magaalaan tokko illees hin oolu.+
-