-
Faaruu Ermiyaas 4:19Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
19 Warri nu ariʼan risaa samii keessa barrisu caalaa saffisa qabu.+
Isaan gaarota irratti nu ariʼan; lafa onaa keessattis riphanii nu eeggatan.
-