-
Miilkiyaas 1:3, 4Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
3 Esaawuun immoo nan jibbe;+ gaarota isaa ona nan godhe;+ dhaala isaas sardiidota lafa onaatiif nan kenne.”+
4 “Edoom, ‘Nuti caccabneerra; taʼus, ni deebina, isa diigames ni ijaarra’ yoo jedhe illee, Yihowaan Gooftaan Raayyaa akkana jedha: ‘Isaan ni ijaaru, taʼus ani nan diiga; isaanis “naannoo hamminni itti raawwatamuu” fi “saba Yihowaan bara baraaf balaaleffatu” jedhamanii ni waamamu.+
-