Ermiyaas 49:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 “Sababiin isaas, ani Boozraan wanta nama sodaachisu,+ kan arrabsamte, badiisni kan irra gaʼee fi kan abaaramte akka taatu ofiin kakadheera; magaalonni ishii hundis yeroo hundumaatiif ona ni taʼu” jedha Yihowaan.+
13 “Sababiin isaas, ani Boozraan wanta nama sodaachisu,+ kan arrabsamte, badiisni kan irra gaʼee fi kan abaaramte akka taatu ofiin kakadheera; magaalonni ishii hundis yeroo hundumaatiif ona ni taʼu” jedha Yihowaan.+